Barbaachisummaan qabsoo hidhannoo maali?

Jaal Daani'eel Dafaa

Hiree murteeffannaa moo walabummaatu dursa? Barbaachisummaan qabsoo hidhannoo maali? Qaamni Artiist Hacaaluu Hundeessaa ajjeese eenyu? Duguuggaa sanyii Mootummaan Impaayera Itoophiyaa Uummata Oromoo irratti basaqeessatti labsee jiru jalaa of-baraaruuf, akkasumas, biyya isaa Oromiyaa Impaayera kolonii Habashootaa jalaa walaba baafachuuf, Uummatni Oromoo maal gochuu qaba?… Marii guutuu, Qabsaa'aa Oromoo Gameessa, Jaal Daani'eel Dafaa waliin taasifame