Uummanni Oromoo marti, Oromoo Maccaa, Gujiifi Booranaatiif sagalee ta'uun, duguuggaa sanyii Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Xoophiyaan irratti raawwatamaa jiru dhaabsisuuf, guyyaa boriirraa eegaluun guutuu Oromiyaa keessatti duula lagannaa gabaafi warraaqsa abbaa biyyummaa akka finiinsuuf, Qeerroon Bilisummaa Oromoo waamicha taasisee jira. Guutuu waamicha Qeerroofi odeeffannoolee dabalataa biroo viidiyoo armaan gadiirraa dhaggeeffadhaa.