Baqattoonni Oromoo biyya Saa’u...

on 17 June 2021

Baqattoonni Oromoo biyya Saa’udii Arabiyaa keessa jiraatan, kanneen kumaatamaan lakkaa’aman, Kamisa...

Araarri shiraa Oromoo Walloo i...

on 15 June 2021

Kaardiin filannoo ammaan dura dirqiin Uummata Oromoof kennamee ture, tibbana ammoo Gandeen Onoota Ko...

In-depth analysis to debunk Am...

on 14 June 2021

VIO’s special program in English. In-depth analysis to debunk Amhara elites' claims of genocide and...

Lola tibbana adeemsifameen, Lo...

on 10 June 2021

Lola WBO, fi LMKII fi Loltoota Mootummaa Eertiraa gidduutti, Konyaa Baha Wallaggaa, Onoota kanneen a...

Warraaqsi Galaana Uummataa akk...

on 08 June 2021

Warraaqsi Galaana Ummataa, Waxabajjii 8, 2020 labsamee, bifa garaagaraan adeemsifamaa jiru, tibbana...

Ajjeechaa Qarree Oromoo, Seena...

on 07 June 2021

Qarreen Oromoo, Seenaa jedhamtu, Giddu-gala Oromiyaa Magaalaa Gincii keessatti, halkan edaa (Waxabaj...

« »

Loltoota Eertiraa, Oromoo Walloon booji’amanii fi ajjeefaman

 

Lola Oromoo Walloo irratti banamee jiru keessa Loltoonni Eertiraa jiraachuu

Lola duguuggaa sanyii fi babal’ifannaa daangaa Poolisoota Humna Addaa Naannoo Amaaraan Oromoo Walloo irratti adeemsifamaa jiru keessatti, hidhattoota Naannoo Amaaraaf daboo ba’uun qooda-fudhannaa Raayyaa Ittisaa fi Poolisoota Federaalaa Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaatti dabalataan Loltoonni Mootummaa Eertiraas humnoota Naannoo Amaaraa deggeruun Oromoo Walloo waraanaa jiraachuu. – Oromticha Walloo

Suuraaleen eenyummaa Loltoota Mootummaa Eertiraa lola kana keessatti hirmaatanii, Oromoo Walloon ajjeefamanii fi booji’amanii mul’isan muraasni viidiyoo armaan gadii keessatti dhiheeffamanii jiru.

Sochii fi Tarkaanfilee WBO

WBO’n Konyaa Jimmaa keessa sosso’u Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaa irratti tarkaanfilee jajjaboo fudhachuun Onoota Konyaa Jimmaa keessatti argaman muraasa dhuunfatee jiraachuu.

WBO diinagdeen humneessuu fi hidhachiisuun galma-gahiinsa Qabsoo Bilisummaa Oromoof shoora gita-maleessa kan qabu waan ta’eef, Uummanni Oromoo waan danda’e hundaan WBO cina dhaabbachuu fi hidhachiisuun akkaan barbaachisaa ta’uu. – Qeerroo Baha Oromiyaa