Tarkaanfilee WBOn Giddu-galaa fi Lixa Oromiyaa keessatti tibbana fudhate;

Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO)

Ajjeechaa suukanneessaa;

Hiriira mormii Washington DC keessatti;

Tarkaanfilee Konyaalee Giddu-galaa fi Lixa Oromiyaa keessatti WBO fi Qeerroo Bilisummaa Oromoon torban kana keessa loltoota MKII fudhatamaa jiran.

Ajjeechaa suukanneessaa, Giddu-gala Oromiyaa, Ona Jalduu keessatti, Qeerroo Oromoo ganna 19lii Dagaagaa Badhaanee Gadaa jedhamu irratti, torban darbe keessa Poolisoota Humna Addaa Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan raawwatame.

Hiriira mormii Magaalaa Washington DC keessatti Oromootni adeemsisan (Adoolessa 11, 2020).