Magaalaa Dodolaa
Magaalaa Dodolaa

Qeerroon Bilisummaa Oromoo Magaalaa Dodolaa, harcaatuu nafxanyaa kan Uummata Oromoo magaalichaa irratti shira xaxuu fi basaasuun dararaa hamaa irratti raawwachiisaa ture, maqaan isaa Fiqaadeenaw jedhamu irratti guyyaa har’aa, Dilbata Adoolessa 5, 2020, tarkaanfii ajjeechaa fudhate.

Kibba Lixa Oromiyaa, Magaalaalee fi Onoota Konyaa Baalee keessatti, Uummatni Oromoo haala hamaa keessa jiraachuu.