Poolisootni Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaa, kanneen Uummata Oromoo irratti gochaalee hammeenyaa raawwachaa/raawwachiisaa turan lama guyyaa kaleessaa, Magaalaa Naqamtee keessatti du’aan adabamuu;

Ajjeechaa suukanneessaan LMKIIn Uummata Oromoo irratti raawwatamu, jabaatee itti fufee jiraachuu.