rswo satellite announcement



Naayiroobii, Keenyaa

Oromoon gumaa Hacaaluu maaliin baasa?

Sirna ibsaa dungoo Magaalaa Naayiroobii Keenyaa keessatti Artiist Hacaaluu Hundeessaaf Oromoota biyyasiin guyyaa har’aa raawwatamee fi marii dhimma Qabsoo Bilisummaa Oromoo irratti taasifame.

Ajjeechaa Hacaaluu hordofuun, Magaalaa Naqamtee fi Magaalaalee fi Onoota Konyaa Qeellem Wallaggaa keessatti, ajjeechaa fi gochaalee hammeenyaa LMKIIn Uummata Oromoo irratti raawwatamaa jiranii fi haala hamaa Oromoon keessa jiru.