Mandii, Oromiyaa

Shirri maqaa Maanguddummaa fi Abbootii Amantaan Oromoo irratti xaxamu bifa haarayaan eegaluu: Dabballoonni Paartii Badhaadhinaa haguuggii amantaa jala da’achuun, Dargagggoota Oromoo gowwoomsuun akka isaan leenjii waraanaa fudhatanii waraana Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaatti makamuun kutaalee Oromiyaa kanneen WBO’n keessa socho’tti bobba’an taasisaa jiraachuu

Lola duguuggaa sanyii fi babal’ifannaa daangaa

Lolli duguuggaa sanyii fi babal’ifannaa daangaa, Milishoota Naannoo Affaariin Oromoo Walloo irratti adeemsifamu akka-malee jabaatee jiraachuu;