Marii Oromticha, dhalataa fi jiraataa Matakkal waliin taasifame
Qabxiilee xiyyeeffannoo
- Uummanni Oromoo Matakkal, lafa amma irra jiraachaa jiru irra jiraachuu erga eegalee jaarraa meeqa lakkoofsisee jira;
- Saboota biroo kanneen ollaa isaa/lafa isaa irra qubatanii jiraatan waliin hariiroo akkamii qabaachaa ture/jira;
- Duguuggaa sanyii Uummata Oromoo Matakkal irratti Mootummoota Impaayera Itoophiyaa fi qaamota/saboota biroon raawwatamaa turee fi jiru duuba sababni/fedhiin jiru maali?…