Ajjeechaa suukanneessaa Qeerroo Oromoo 11 fi Qarree Oromoo 3 irratti, guyyaa kaleessaa (Eebila 4, 2020) Konyaa Qeellem, Ona Sayyoo, Ganda Abboo, Ardaa Mogoraa jedhamutti, RIXn raawwatame
Marii Ajajaa WBO Konyaa Giddu-galaa, Jaal Sanyii Nagaasaa waliin, haala sochii WBO ilaalchisuun taasifne
Qophii keenya kana sagalee qofaan dhaggeeffadhaa.
Odeeffannoo Wayitawaa Haala Weerara Dhibee ‘Coronavirus’
- Baay'ina namoota dhibee kanaan qabamanii: 1,133,758
- Baay'ina namoota dhibee kanaan du'anii: 62,784
- Baay'ina biyyoota dhibeen kun dhaqqabee jiru: 208
Madda: WHO: Novel Coronavirus (COVID-19) Situation. Last updated: 5 April 2020, 10:00 CET