Matakkal: Oromootni afur (4) kanneen Jimaata darbe ajjeefaman hanga har'aatti awwaalcha dhorkamanii jiraachuu; Akkasumas, Konyaa Matakkal keessaa gandeen hedduun to'annoo WBO jala galanii jiraachuu
Lola babal'ifannaa daangaa Oromoo Karrayyuu irratti
Karrayyuu: Lolli babal'ifannaa daangaa Milishoota/Hidhattoota Naannoo Amaaraan Oromoo Karrayyuu irratti guyyoota lamaan kana baname itti-fufuun adeemsifamaa jiraachuu
Konyaa Arsii Lixaa, Magaalota adda addaa keessatti, alaabaan sirna Nafxanyaa, da'annoo ayyaana amantaan akka hin mirmirfamneef, Qeerroo Bilisummaa Oromoon iggitamuu