Oromoota Maccaa, Gujiifi Booranaaf dirmachuun, warraaqsiifi lagannaan gabaa Oromoon Afran-Qalloo eegalan, itti-fufee jiraachuu | Duguuggaan sanyii RIX'n Oromoo Maccaa irratti raawwatamu daran jabaatee itti fufuun, guyyaa har'aa (30/01/2020) qofa, Konyaa Maccaa keessatti Oromoonni baay'inaan 29 ta'an ajjeefaman.