Baqattoonni Oromoo biyya Saa’u...

on 17 June 2021

Baqattoonni Oromoo biyya Saa’udii Arabiyaa keessa jiraatan, kanneen kumaatamaan lakkaa’aman, Kamisa...

Araarri shiraa Oromoo Walloo i...

on 15 June 2021

Kaardiin filannoo ammaan dura dirqiin Uummata Oromoof kennamee ture, tibbana ammoo Gandeen Onoota Ko...

In-depth analysis to debunk Am...

on 14 June 2021

VIO’s special program in English. In-depth analysis to debunk Amhara elites' claims of genocide and...

Lola tibbana adeemsifameen, Lo...

on 10 June 2021

Lola WBO, fi LMKII fi Loltoota Mootummaa Eertiraa gidduutti, Konyaa Baha Wallaggaa, Onoota kanneen a...

Warraaqsi Galaana Uummataa akk...

on 08 June 2021

Warraaqsi Galaana Ummataa, Waxabajjii 8, 2020 labsamee, bifa garaagaraan adeemsifamaa jiru, tibbana...

Ajjeechaa Qarree Oromoo, Seena...

on 07 June 2021

Qarreen Oromoo, Seenaa jedhamtu, Giddu-gala Oromiyaa Magaalaa Gincii keessatti, halkan edaa (Waxabaj...

« »

Yuunbarsitii Haramaayaa

 

Mormii Barattoota Oromoo Yuunbarsitii Haramaayaa, eebbifamtoota bara kanaa: Mootummaa ce’umsaa Oromiyaa hundeeffachuun gara Walabummaa Oromiyaatti tarkaanfachuun Oromoo fi Oromiyaaf furmaata waaraa ta’uu

Barataan Oromoo Yuunbarsitii Bulee Horaa, Gammachiis Ayyaanaa – Barataa Seeraa ganna afuraffaa – guyyaa har’aa Tikoota MKII’n butamuun achi-buutee dhabamsiifamuu; Ona Bulee Horaa keessatti, Uummaanni Oromoo Shanee of keessaa baasaa jedhamuun gidirfamaa jiraachuu;

Milishoonni MKII, kanneen Ona Gindabarat keessatti Uummata Oromoo gidirsaa turanii, torbee darbe keessa sakattaa WBO’f yommuu bobba’anitti WBO’n hidhannoo hiikkachiise, Qawwee ni gurgurattan malee WBO’n isin hin hiikkachiifne jedhamuun hidhamanii jiraachuu.