Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaa

 

Humni Addaa Naannoo Amaaraa, Onoota Konyaa Qeellem Wallaggaa keessatti argaman garaagaraa keessa seenuun Uummata Oromoo gidirsaa jiraachuu.

Milishoonni Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaa danuun, Konyaa Horroo Guduruu Wallaggaa, Ona Amuruu keessatti, WBO’tti harka kennachaa jiraachuu.