Marii Ajajaa [WBO] Cibraa Soddom-Booroo, Jaal Daawwaa Gannaalee waliin, tarkaanfii WBOn Konyaa Gujii Bahaa, Ona Gumii Eldalloo keessatti loltoota MKIX irratti guyyaa kaleessaa fudhateefi injifannoo inni galameesse ilaalchisuun taasifame;
Sagalee guutuu, bakkana tuquun dhaggeeffachuu dandeessu.
Magaalaa Finfinnee fi naannoo san keessatti, Qeerroo fi Qarree Oromoo adamsanii hidhuun akkaan hammaatee jiraachuu – Qarree Finfinnee;
Ibsa Ajajaa Ol-aanaa ABO/WBO – Lolli, Hidhaa fi Ajjeechaan Oromoo irratti Geggeeffamu, Qabsoo Oromoo ni Jabeessa malee hin Laaffisu! – Caamsaa 2, 2020