Marii Ajajaa WBO Konyaa Kaaba-Lixa Shaggar – Jaal Abdii Biyyaa – waliin dhimmoota yeroo irratti taasifame.
Ijaarsaafi Sochii Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qeerroo fi Qarreen Oromoo, dogoggora gannoota afran-shanan darban uumame irraa barachuun, yeroo ammaatti bifa haarayaan wal-ijaaruun, Qabsoo Bilisummaa Oromoo hanga galma isaatti – hanga Bilisummaa Oromoo fi Walabummaa Oromiyaatti – finiinsuuf qophii xumuranii jiraachuu – Qarree Afran-Qalloo fi kan Tuulamaa
Kurfii keenya kana sagalee qofaan dhaggeeffachuuf as tuqaa.