Tarkaanfii WBO Cibraa 30 Booro...

on 30 July 2021

WBO’n Zoonii Kibbaa, Cibraan Soddom-Booroo, Konyaa Gujii Bahaa keessa socho’u, mooraa Loltoota Mootu...

Dargaggoonni Oromoo dirqisiifa...

on 27 July 2021

Lixa Wallaggaa, Ona Gimbii fi Onoota Lixa Oromiyaa keessatti argaman garaagaraa keessaa, dargaggoonn...

Loltoonni MKII, humna ABUT war...

on 25 July 2021

Milishoonnii fi Loltoonni MKII, kanneen humna Mootummaa Naannoo Tigiraay (ABUT) waraanuuf kutaalee I...

Tajaajilli bishaan qulqulluu f...

on 22 July 2021

Tajaajilli bishaan qulqulluu fi ibsaa, Magaalota Konyaa Walloo ja’a, kanneen: Haarawa, Caffaa Roobii...

Uummanni Oromoo beelaaf saaxil...

on 20 July 2021

Lixa Oromiyaa, keessattuu, Konyaa Lixa Wallaggaa fi Qeellem Wallaggaa keessatti, Uummanni Oromoo LMK...

Milishoonni MKII, Baha Oromiya...

on 18 July 2021

Baha Oromiyaa, Konyaa Harargee Bahaa Onoota garaagaraa keessaa, Milishoonni MKII danuun gowwoofamuun...


Moyyaalee, Oromiyaa

 

Dhukaasa LMKII fi gosa Garii gidduutti adeemsifameen namoonni 2 du’uu

Dhukaasa Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaa fi gosa Garrii gidduutti, Wiixata (Bitootessa 8, 2021) halkan adeemsifameen namoonni 2 ajjeefamuu, tokkos madaa'uu; kanaan wal-qabatees, Magaalaan Moyyaalee, guyyaa kaleessaa goolama keessa ooluu;

Boojjii Birmajjii: Uummanni Oromoo ajjeechaa, dararaa fi mancaatii qabeenyaa LMKII’n irratti raawwatamu dheessuun, qe’ee isaanii irraa baqachaa jiraachuu;

Haroo Limmuu: Ajjeechaan Milishootaa fi Loltoota MKII'n Uummata Oromoo irratti raawwatamu jabaatee itti-fufee jiraachuu.