Walloo Baatee

Humnootni Naannoo Amaaraa meeshaalee waraanaa gurguddaa fayyadamuun, eda (Amajji 23, 2021) galgala, Konyaa Walloo, Magaalaa Baatee irratti haleellaa raawwachuu

Konyaa Iluu Abbaa Booraa, Magaalaa Mattuu keessatti, Oromoonni baay'inaan 30 ol ta'an koonteenara (container) keessatti hidhamuun, rakkoo ulfaataaf saaxilamanii jiraachuu