Gochaalee hammeenyaa, Baha Oromiyaa, Lixa Afran-Qalloo, Ona Gumbii Bordoddee keessatti, Oromoo irratti guyyaa har'aa raawwatamaa oolan;
Gochaalee hammeenyaa, Giddu-gala Oromiyaa, Lixa Tuulamaa keessatti, Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan Uummata Oromoo irratti raawwatamaa jiran;
Lola milishootaa fi hidhattoota mootummaa naannoo Amaaraa fi Affaariin, Uummata Oromoo Walloo irratti, tibbana banamee, adeemsifamaa jiru;