Baqattoonni Oromoo biyya Saa’u...

on 17 June 2021

Baqattoonni Oromoo biyya Saa’udii Arabiyaa keessa jiraatan, kanneen kumaatamaan lakkaa’aman, Kamisa...

Araarri shiraa Oromoo Walloo i...

on 15 June 2021

Kaardiin filannoo ammaan dura dirqiin Uummata Oromoof kennamee ture, tibbana ammoo Gandeen Onoota Ko...

In-depth analysis to debunk Am...

on 14 June 2021

VIO’s special program in English. In-depth analysis to debunk Amhara elites' claims of genocide and...

Lola tibbana adeemsifameen, Lo...

on 10 June 2021

Lola WBO, fi LMKII fi Loltoota Mootummaa Eertiraa gidduutti, Konyaa Baha Wallaggaa, Onoota kanneen a...

Warraaqsi Galaana Uummataa akk...

on 08 June 2021

Warraaqsi Galaana Ummataa, Waxabajjii 8, 2020 labsamee, bifa garaagaraan adeemsifamaa jiru, tibbana...

Ajjeechaa Qarree Oromoo, Seena...

on 07 June 2021

Qarreen Oromoo, Seenaa jedhamtu, Giddu-gala Oromiyaa Magaalaa Gincii keessatti, halkan edaa (Waxabaj...

« »

Walloo

 

Lolli dugguuggaa sanyii fi babal’ifannaa daangaa Humnoota Naannoo Amaaraan Oromoo Walloo irratti barootaaf adeemsifamaa ture, tibbana daran jabaachuun, Jimaata dheengaddaa irraa qabuun Lola Poolisoota Humna Addaa Naannoo Amaaraa Raayyaa Ittisa Biyyaa Impaayera Itoophiyaan deggeramaniin Onootaa fi Magaalota Walloo adda addaa irratti adeemsifamaa jiruun, Lubbuun Oromootaa dhibbaan lakkaa'amu ajjeefamuu, Kumaatamnis madaa'uu, qabeenyi Oromoos akka-malee barbadeeffamaa jiraachuu.

Oromootaa dhibbaan lakkaa'amu ajjeefamuu, Kumaatamnis madaa'uu, qabeenyi Oromoos akka-malee barbadeeffamaa jiraachuu.