Konyaa Lixa Afran-Qalloo, Ona Gumbii Bordoddee keessatti – Milishoota Naannoo Affaar, kanneen MKIX irraa deggersa leenjiifi hidhannoo argataniin – Oromoonni 10 ajjeefamuu; kanneen 10'nii ol ta'anis madaa'uu; akkasumas, manni jireenyaafi qabeenyi Oromoota danuu barbadaa'uu | Hidhaa, dararaafi ajjeechaan Konyaalee Lixa Tuulaamaafi Jimmaa keessatti Oromoota irratti, Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Xoophiyaan raawwatamu tibbanas itti-fufee jiraachuu;


Kurfii keenya kana ♪ sagalee ♪ qofaan dhaggeeffachuu dandeessu