Magaalaa Danbii Doolloo

Oromoonni Qeellem Wallaggaa irraa gara Gambeelaatti baqatan rakkoo hamaa mudachaa jiraachuu

Oromoonni gochaalee hammeenyaa Loltoota MKII’n irratti raawwatamu jalaa dheessuun Konyaa Qeellem Wallaggaa irraa gara Naannoo Gambeelaatti baqatan, daafii tikoota mootummaan adamsamuu fi hidhamuutiin, rakkoo hamaa mudachaa jiraachuu;

Gama kaaniin immoo, Habashoonni Konyaa Qeellem Wallaggaa keessa jiraatan, maqaa Oromoo fi WBO xureessuuf jecha, akka waan rakkoon nageenyaa isaan mudatee of-fakkeessuun gara Naannoo Gambeelaatti baqachaa jiraachuu