Tibba kana [Jimaata darberraa hanga galgala Roobii edaatti] Ona Moyyaalee keessatti, Oromootni baay'inaan ja'a ta'an, humnoota MKIXn haala suukanneessaa ta'een ajjeefamuu, Oromoota bakkasiif kallattiin bilbiluun dhugoomfannee jirra.

Marii Miseensa WBO Gameessa Jaal Jootee, akkasumas, Hayyuu Oromoo Dr. Gizaachoo Teessoo waliin dhimmoota yeroo'rratti taasifnes, qophii keenya kana keessatti haammachiifnee jirra; itti dhihaadhaa.


Kurfii keenya kana sagalee qofaan dhaggeeffadhaa

Maxxansoota sagalee tibbanaa

Sagantaa Dilbata Mudde 12, 2021

Link-4

Sagantaa Kamisa Mudde 9, 2021

Link-1

Sagantaa Kibxata Mudde 7, 2021

Link-2

Sagantaa Dilbata Mudde 5, 2021

Link-3

Maxxansoota suur-sagalee tibbanaa