Gocha hamaa Konyaa Matakkal keessatti, Oromoota irratti xiyyeeffachuudhaan, Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan raawwatamaa jiru;
Mancaatii qabeenya Oromoo irratti, Kaaba Tuulamaa, Ona Dagam keessatti Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan raawwatamaa jiru;
Konyaa Wallagga Lixaa, Ona Aayiraa keessatti Oromtichi tokko LMKII'n ajjeefamuun, reeffi isaa bakkeetti darbamuun, bineensaan nyaatamuu;