Gochaalee hammeenyaa
Gochaaleen hammeenyaa, Loltoota Mootummaa Koloneeffataan Impaayera Itoophiyaan, Konyaalee Maccaa, Gujii, akkasumas, Lixaa fi Kaaba Tuulamaa keessatti Uummata Oromoo irratti raawwatamaa turan daran hammaachuu; darbees, gara Afran-Qallootti ce'uun, Uummanni Oromoo Afran-Qalloo rakkoo hamaa keessa jiraachuu;
Ijaarsaa fi sochii Qeerroo Bilisummaa Oromoo
Qeerroo fi Qarreen Oromoo, bifa haarayaan wal-ijaaruun, Qabsoo Bilisummaa Oromoo hanga galma isaatti finiinsuuf qophii xumuranii jiraachuu