Fincaa'aa Horroo

Duguuggaa sanyii fi mancaatii qabeenyaa, Hidhattoota Naannoo Amaaraan, Konyaa Baha Wallaggaa, Ona Giddaa Ayyaanaa keessatti, Uummata Oromoo irratti raawwatamaa jiruun wal-qabatee, Oromoonni danuun gara Onootaa fi Magaalota ollaa isaaniitti baqachaa jiraachuu.

Hawwaa Galaan: Hiriira deggersaa MKII (Paartii Badhaadhinaaf) akka ba’aniif dirqisiifamuun wal-qabatee, Uummanni Oromoo haala rakkisaa keessa jiraachuu.

Walloo, Baatee: Uummanni Oromoo, Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaa (Paartii Badhaadhinaa) deggeruun hiriira akka ba'uuf dirqisiifamaa jiraachuu.