Filannoon sobaa, Saba Oromoo b...

on 11 May 2021
Filannoon sobaa, Saba Oromoo bakka hin bu’u | WMOI-A/OGF

Filannoon kun dorgommii nafxanyoota jidduutti godhamaa jiru malee filannoo sabaaf sab-lammoonni Impa...

Mormii Barattoota Oromoo Yuunb...

on 28 February 2021
Mormii Barattoota Oromoo Yuunbarsitii Haramaayaan geggeeffame | RSWO

Mormii Barattoota Oromoo Yuunbarsitii Haramaayaa, eebbifamtoota bara kanaa: Mootummaa ce’umsaa Oromi...

Call to the international comm...

on 13 May 2021
Call to the international community to stop state-sponsored terrorism against the Oromo people by Ethiopian gov

Abiy Ahmed’s and his ruling clique’s grand plan since they came to power has been pretty obvious; th...

Hordoftoonni Amantaa Muslimaa...

on 09 May 2021
Hordoftoonni Amantaa Muslimaa dirree Ammasqalaa dhorkatamuu

Hordoftoonni Amantaa Muslimaa, Ayyaana Sooma Hiikkaa (Iid-Alfaxir) kan bara kanaa, haaluma amaleeffa...

Lola Milishoota B/Gumuziin Uum...

on 07 May 2021
Lola Milishoota B/Gumuziin Uummata Oromoo irratti banamee jiru: Mana Sibuu

Ajjeechaa Milishoota Naannoo Beenishaangul Gumuz – kanneen Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophi...

Dr. Nemera Wayesa: Medical Doc...

on 01 May 2021
Dr. Nemera Wayesa: Medical Doctor, Freedom Fighter, and Co-founder of VIO

Jaalli keenya, Dr. Namarraa Wayyeessaa, har’a Sanbata-duraa, Caamsaa 1, 2021, MPLS, MN keessatti, ad...

« »

Giddaa Ayyaanaa

 

Duguuggaa sanyii fi saamicha qabeenya Uummata Oromoo irratti, Konyaa Baha Wallaggaa, Ona Giddaa Ayyaanaa keessatti, Milishoota Naannoo Amaaraa fi harcaatota Sirna Nafxanyaan raawwatamaa jiruun, baay’inni Oromoota ajjeefamanii, hanga ammaatti kan hin beekamin ta’uu; Oromoonni danuun immoo gara Aanotaa fi Magaalota ollaa isaaniitti baqachaa jiraachuu;

Gochaaleen hammeenyaa Qonnaan-Bultootaa fi Horsiifatee-Bultoota Oromoo irratti, Giddu-gala Oromiyaa, Ona Gindabarat keessatti, Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan raawwatamu hammaatee itti-fufee jiraachuu;