Amantii Kiristaanaa fi Haqa Hawaasaa
Marii Luba Waaqee Ji'oo Garbii waliin, Amantii Kiristaanaa fi Haqa Hawaasaa irratti taasifame:
- Amantiin Kiristaanaa, qabsoo sabni cunqurfame, cunqursitoota irratti taasisu akkamitti ilaala?
- Waldaan Kiristaanaa haqa uummataa tiksuu keessatti dirqama akkamii qabdi?
- Waldaaleen Kiristaanaa Oromiyaa keessa jiran, ajjeechaa fi gocha hammeenyaa Uummata Oromoo irratti raawwatamaa jiru maaliif hin balaaleffatan?... Gaaffilee kana fakkaatan danuu irratti marii bal'aa taasifame caqasaa.