Konyaa Qeellen Wallaggaa, Ona Sayyoo, Ganda Ifaa Galaanoo jedhamtu keessatti, dargaggoonni Oromoo torbaafi shamarreen Oromoo tokko, Dilbata dheengaddaa (Caamsaa 3, 2020) RIXn bakka tokkotti ajjeefamuu – Dargaggoo Obbolaan isaa lama jalaa ajjeefaman irraa kan odeeffanne.
Gochaaleen hammeenyaa Konyaalee Gujii Bahaa fi Lixaa keessatti, RIXn Uummata Oromoo irratti raawwataman akkaan hammaachuu – Oromoota Konyaa Gujii Bahaa irraa bilbilaan haasofsiisne lama irraa odeeffanne.