Ajjeechaa Magaalaa Awadaay keessatti Sadaasa 25, 2020 Poolisoota/Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan, Qeerroowwan Oromoo sadii (3) irratti raawwatame ilaalchisuun marii Abbaa fi Haadha Qeerroowwan ajjeefaman lamaa waliin taasifame.