Ajjeechaa suukaneessaa Maanguddoota Oromoo (Abbaa fi Haadha Jaal Caalaa: Miseensa WBO Zoonii Lixaa) Obbo Aashaagiree Gabbisaa fi Aadde Faantaanash Daanyee jedhaman irratti, Konyaa Qeellem Wallaggaa, Ona Anfilloo, Magaalaa Muggii keessatti, Jimaata dheengaddaa (Wax. 5, 2020) halkan, Poolisoota Humna Addaa [Oromiyaa] jedhamaniin raawwatame;

Gochaalee hammeenyaa, Konyaa Horroo Guduruu Wallaggaa keessatti, loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan, Uummata Oromoo irratti raawwatamaa jiran;