Ajjeechaa dargaggoo Oromoo Jibriil Ahmadnuur jedhamu irratti, Kibxata har’aa, Waxabajjii 16, 2020 Magaalaa Haramaayaa keessatti, Poolisoota Humna Addaa Oromiyaa jedhamaniin raawwatame;
Mancaafamaa fi saamicha qabeenyaa, akkasumas hidhaa, dararaa fi ajjeechaa maatii qabsaa'otaa fi miseensota WBO irratti, Loltoota MKIIn, Lixa Oromiyaa keessatti raawwatamaa jiru;