Ajjeechaa haadha Oromoo, Aadde Taaddaluu Oljirraa jedhamtu irratti, sababa Ilmakeetu WBO keessa jira jedhamuun, guyyaa kaleessaa (Waxabajjii 10, 2020) Magaalaa Najjoo keessatti Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan raawwatame;

Warraaqsa Galaana Uummataa gufachiisuuf, olola ayyaanlaallattootaan oofamaa jiru irratti, Qeerroon Bilisummaa Oromoo fi Uummanni Oromoo dammaquun, mooraa QBO buttoota irraa tikfachuun akkaan barbaachisaa ta'uu;