Addaan-citiinsa ibsaa fi neetorkiin Oromoon Walloo rakkoo hamaa mudachuu
Haleellaan humna xiyyaaraa fi humna lafoo meeshaalee waraanaa gurguddaa halaalaa furguggisuun, Uummata Oromoo Walloo hidhanno-maleessa irratti raawwatamu jabaatee itti-fufuu.
Addaan citiinsa humna ibsaa, bishaanii fi tajaajila quunnamtii neetorkii daafii kanaan mudateen wal-qabatees, Hawaasni Oromoo Walloo rakkoo hamaaf saaxilamee jiraachuu.
Ajjeechaa fi saamicha qabeenyaa: Finxaaleyyii Amaaraan
Ajjeechaan, saamichii fi mancaafamani qabeenyaa Uummata Oromoo irratti humnoota finxaaleyyii Amaaraan, Konyaa Matakkal keessatti raawwatamu hammaatee itti-fufee jiraachuu.