Dhimma eebba WBO Zoonii Kibbaa, maqaa Marsaa Bilisummaa ykn Imala gara Finfinnee jedhuun, Roobii kaleessaa (Sadaasa 24, 2021) raawwatamee fi tarkaanfii WBO giddu-gala taasifachuun, marii Dubbi-himaa Cibraa Soddom-Booroo, Jaal Boorataa Abbaa Biyyaa waliin taasifame.

Sirni eebbaa WBO Z/Kibbaa - Cibraa 30-Booroo, Bilisummaan moggaafamee guyyaa kaleessaa geggeeffame kun eebba marsaa kudha-tokkoffaati.

Baay'inni miseensota WBO marsaa kana eebbifamanii, kan marsaalee darbaniirra daran kan caalan ta'uun, eebba marsaa kudha-tokkoffaa kana marsaalee darban hundarra kan adda isa taasisu ta'uu dubbatan, Jaal Boorataan.

Independent Oromia YouTube Channel

Maxxansoota sagalee tibbanaa

Sagantaa Dilbata Mudde 12, 2021

Link-4

Sagantaa Kamisa Mudde 9, 2021

Link-1

Sagantaa Kibxata Mudde 7, 2021

Link-2

Sagantaa Dilbata Mudde 5, 2021

Link-3

Maxxansoota suur-sagalee tibbanaa