Lolli Humna Ittisaa Tigiraay fi Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaa gidduutti adeemsifamu, Kaaba Oromiyaa Konyaa Walloo keessatti itti-fufee jiraachuu. Gama loltoota PP goruun humna HIT akka waraanuuf jechas, duulli ololaa Uummata Oromoo Walloo irratti geggeeffamu jabaatee itti-fufee jiraachuu.


Loltoonni MKII kanneen WBO fakkeeffamuun leenjifaman babbbaafaman

Mootummaan Koloneeffataan Impaayera Itoophiyaa (PPn) loltoota isaa keessaa kanneen amanamoo ta'an filuun, bifaa fi uunkaan WBO fakkeessuun, kanneen baatileef mooraa leenjii waraanaa Sanqallee keessatti leenjisaa ture, Dilbata har'aa (Onk 24, 2021) Giddu-gala Oromiyaa keessa bobbaasee jiraachuu.


Ijaarsaa fi sochii QBO

Dhimma ijaarsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo, kan bifa haarayaan lafa qabsiifamaa jiruu; sochiilee kanaan wal-qabatanii taasifamaa jiranii fi hojiilee walitti-hidhata WBO fi QBO'n hojjetamaa jiran, akkasumas, akeekaa fi galma Qabsoo Bilisummaa Oromoo irratti fuuleffachuun, marii Miseensa QBO tokko waliin taasifame.

Independent Oromia YouTube Channel

Maxxansoota suur-sagalee tibbanaa

Maxxansoota sagalee tibbanaa

Sagantaa Dilbata Mudde 5, 2021

Link-3

Sagantaa Kamisa Mudde 2, 2021

Link-4

Sagantaa Kibxata Sadaasa 30, 2021

Link-1

Sagantaa Dilbata Sadaasa 28, 2021

Link-2