Ona Bulee Horaa keessatti, Uummanni Oromoo waraana MKII waliin ta’uun, guyyaa borii (Onkoloolessa 6, 2021) sakattaa WBO irratti akka bubba’uuf haal-dureen mijeeffamaa jiraachuu. Ta’us, Uummanni Oromoo WBO faana hiriiruun waraana PP loluuf, isa yeroo kamii irrayyuu qophii ta’ee jiraachuu.


Oromoonni Sirna Irreechaa irraa qabamanii hidhaman ammallee kan hin hiikamin ta'uu

Oromoonni Sirna Irreechaa irraa qooda fudhachuuf gara Finfinnee fi Bishooftuutti imalanii, Sambataa fi Dilbata (Onkoloolessa 2-3, 2021) tikootaa fi hidhattoota MKII'n qabamanii ukkaamfaman, manneen hidhaa keessatti hidhamuun gidirfamaa jiraachuu.


Saamicha maqaa deggersa LMKIIn raawwatamaa jiru

Magaalota Konyaa Lixa Wallaggaa keessatti argaman garaagaraa keessatti, dabballoonni Mootummaa PP maqaa deggersa Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan, Uummata Oromoo dirqisiisuun maallaqa baasisaa jiraachuu.

Independent Oromia YouTube Channel

Maxxansoota suur-sagalee tibbanaa

Maxxansoota sagalee tibbanaa

Sagantaa Dilbata Onkoloolessa 24, 2021

Sagantaa Kamisa Onkoloolessa 21, 2021

Sagantaa Kibxata Onkoloolessa 19, 2021

Sagantaa Dilbata Onkoloolessa 17, 2021