Duulli eenyummaa Uummata Oromoo irratti, tiksitootaa fi leellistoota impaayera Itoophiyaan adeemsifamu, tibbana daran jabaatee itti-fufuun, handhuura Oromiyaa Magaalaa Finfinnee keessatti Afaan Oromoo dubbachuun, isa yeroo kamii irrayyuu, tibbana, ija jibbaan ilaalamaa; Ilmaan Oromoos yakkamaa taasisuun, hidhaa fi dararaaf saaxilaa jiraachuu.


Sochii fi tarkaanfilee WBO tibbanaa: Lixa Oromiyaa

Sochii WBO’n tibbana Konyaalee Lixa Oromiyaa garaagaraa keessatti taasisaa jiruu fi tarkaanfilee diina irratti fudhatamaa jiran, akkasumas, dhimma akeekaa fi galma Qabsoo Bilisummaa Oromoo irratti, marii Oromticha tokko waliin taasifame.

Independent Oromia YouTube Channel

Maxxansoota suur-sagalee tibbanaa

Maxxansoota sagalee tibbanaa

Sagantaa Dilbata Mudde 5, 2021

Link-3

Sagantaa Kamisa Mudde 2, 2021

Link-4

Sagantaa Kibxata Sadaasa 30, 2021

Link-1

Sagantaa Dilbata Sadaasa 28, 2021

Link-2