Dargaggoonni Oromoo dirqiin gara mooraa leenjii waraana PPtti ergamaa jiraachuu
Qeerroowwan Oromoo danuun Magaalaa Amboo keessaa adamfamanii qabamuun, gara mooraa leenjii Waraana ootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaatti dirqiin geeffamaa jiraachuu.
Dargaggoonni Oromoo lama, galgala edaa (Fuulbana 22, 2021) Magaalaa Gimbii keessatti, rasaasa Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan rukutamuun, tokko battalumatti lubbuun darbuu; kaan ammoo Hospitaala Gimbiitti yaalamaa jiraachuu.