Waraanni Bilisummaa Oromoo Konyaa Gujii Bahaa keessa socho’u, tarkaanfilee lukkeelee diinaa fi qabeenya isaanii irratti kallaattiin fudhatu jabeessee itti-fufee jiraachuu.


Oromoo goseen Booranaa fi Gujii, fi Somaalee gosa Garrii gidduutti araarri buufamuu

WBO’n tarkaanfilee kallattiin diina irratti fudhatuun cinatti, shira Mootonni Koloneeffattoonni Impaayera Itoophiyaa xaxuun, Uummata Oromoo saboota ollaa waliin walitti buusuun umurii ofii ittiin dheereffachaa har'a ga'an fashalsuun, Fuubana 11, 2021, Oromoo Booranaa fi Somaalee Gosa Garrii gidduutti, akkasumas, Oromoo Gujii fi Garrii gidduutti araara buusuu.

Independent Oromia YouTube Channel

Maxxansoota sagalee tibbanaa

Sagantaa Dilbata Mudde 12, 2021

Link-4

Sagantaa Kamisa Mudde 9, 2021

Link-1

Sagantaa Kibxata Mudde 7, 2021

Link-2

Sagantaa Dilbata Mudde 5, 2021

Link-3

Maxxansoota suur-sagalee tibbanaa