Share:

Haala hidhamtoonni Oromoo yeroo ammaa kana manneen hidhaa Impaayera Itoophiyaa adda addaa keessatti hidhamanii jiran mudachaa jiran ilaalchisuun, marii Qeerroo Boonsaa Haayiluu, Miseensa Qeerroo Bilisummaa Oromoo, kan yeroo dheeraaf manneen hidhaa Impaayerattii garaagaraa keessatti hidhamuun gidirfamaa turee dhiheenya kana baafate, waliin taasifame.


Dhimma lola HIT fi PP, fi Haala Oromoon Walloo keessa jiru

Wal-waraansi Humna Ittisaa Tigiraay fi Humna PP (Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaa) gidduutti adeemsifamu itti-fufee jiraachuu.

Lola HIT fi PP gidduutti geggeeffamaa jiru kanaan wal-qabatees, Oromoon Walloo loltootaa fi milishoota Naannoo Amaaraa akka sooruu fi gargaaru; darbees, waardiyyaa dhaabbatee akka tiksu taasifamuun rakkoolee garaagaraa mudachaa jiraachuu.


Maxxansoota sagalee tibbanaa

Sagantaa Kamisa Onkoloolessa 14, 2021

Sagantaa Kibxata Onkoloolessa 12, 2021

Sagantaa Dilbata Onkoloolessa 10, 2021

Sagantaa Kamisa Onkoloolessa 7, 2021

Maxxansoota suur-sagalee tibbanaa