Tarkaanfiin qabeenya diinaa irratti, Konyaa Gujii Bahaa keessatti, WBO’n fudhatamu jabaatee itti-fufee jiraachuu.

Haaluma kanaan, qabeenyaaleen (midhaan) aangawoota MKII, kanneen tooftaa shiraa fayyadamuun, midhaan nyaataa dhaabbilee mit-mootummaa garaagaraa irraa gargaarsa uummataaf ergaman gara qabeenya dhuunfaatti naanneffachuun dhuunfataman WBO’n to’atamuun uummataaf qoodamuu.

Qabeenyaalee hannaa fi shiraan horataman, kanneen bakkeewwan itti uummataaf qooduun mijataa hin tanetti argaman immoo barbadeessuun wal-qabatee, kuusaan midhaanii Bulchaa Ona Liiban, Obbo Mohammad Nuuraa Areeroo, kan Magaalaa Nageellee Booranaa keessatti argamu, Kibxata Fuulbana 7, 2021 gubamuu.


Yaalii maqaa WBO xureessuuf taasifamu

Saamichi hattoota MKII'n ijaaramanii, WBO maqaa yakkuuf WBO of-fakkeessanii Konyaa Lixa Wallaggaa keessa socho'aniin qabeenya Uummata Oromoo irratti raawwatamu daran hammaatee itti-fufee jiraachuu.

Independent Oromia YouTube Channel

Maxxansoota sagalee tibbanaa

Sagantaa Dilbata Mudde 12, 2021

Link-4

Sagantaa Kamisa Mudde 9, 2021

Link-1

Sagantaa Kibxata Mudde 7, 2021

Link-2

Sagantaa Dilbata Mudde 5, 2021

Link-3

Maxxansoota suur-sagalee tibbanaa