Share:

Barattoonni Oromoo Yunvarsitii Amboo, Kaampaasii Hacaaluu Hundeessaa, Muummee Barnoota Lammummaa, eebbifamtoonni baranaa danuun, daafii qomee Artiist Hacaaluu Hundeessaa ofirraa qabuu fi dhahaan Gadaa irratti barreeffame uffataniif, Kibxata Fuulbana 7, 2021 har’aa tikoota MKII’n ukkaamfamuun hidhaatti darbamuu.


Haala hamtuu baqattoonni Oromoo keessa jiran

Gidiraa fi roorroon Baqattoota Oromoo Biyya Suudii Arabiyaa keessaa jiraatan, kanneen manneen hidhaa biyyattii garaagaraa keessatti hidhamanii dararamaa jiran, kanneen kumaatamaan lakkaa'aman irra dhaqqabu akka-malee hammaatee jiraachuu.


Maxxansoota sagalee tibbanaa

Sagantaa Kamisa Onkoloolessa 14, 2021

Sagantaa Kibxata Onkoloolessa 12, 2021

Sagantaa Dilbata Onkoloolessa 10, 2021

Sagantaa Kamisa Onkoloolessa 7, 2021

Maxxansoota suur-sagalee tibbanaa