Share:

Konyaa Lixa Wallaggaa keessaa, Magaalaa Begii dabalatee, Onni Begii, Jimaata Fuulbana 3, 2021 irraa qabuun guutumatti to’annoo WBO jala galfamee jiraachuu.

Lola MKII fi HIT gidduutti adeemsifamuun, Oromoon Walloo rakkoo mudachuu

Lola PP (Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaa) fi HIT (Humna Ittisaa Tigiraay) gidduutti adeemsifamaa jiruun wal-qabatee, Uummanni Oromoo Walloo rakkoo hedduu mudachaa jiraachuu.


Barsiisaan Oromoo, Mabiraatee Taayyee Surraa jedhamu, Konyaa Baha Wallaggaa, Ona Nuunnuu Qumbaa, Magaalaa Adaree keessatti, LMKII'n ajjeefamuu; daa'imni isaa ganna tokkoos harki isii tokko rasaasaan rukutamuun irraa muramuu.


Maxxansoota sagalee tibbanaa

Sagantaa Kamisa Onkoloolessa 14, 2021

Sagantaa Kibxata Onkoloolessa 12, 2021

Sagantaa Dilbata Onkoloolessa 10, 2021

Sagantaa Kamisa Onkoloolessa 7, 2021

Maxxansoota suur-sagalee tibbanaa