Obbo Daani’eel Dafaa

Haala siyaasaa yeroo ammaa Impaayera Xoophiyaa fi Gaanfa Afriikaa keessatti mul’achaa jiruu fi kallattii deemsa isaa, addatti ammoo, dhimma Qabsoo Bilisummaa Oromoo fi Walabummaa Oromiyaa giddu-galeessa godhachuun, marii hayyuu fi qabsaa’aa Oromoo gameessa, Obbo Daani’eel Dafaa Jammoo waliin taasifame guutuu suur-sagalee armaan gadii irraa caqasuu dandeessu.

Maxxansoota sagalee tibbanaa

Sagantaa Dilbata Mudde 12, 2021

Link-4

Sagantaa Kamisa Mudde 9, 2021

Link-1

Sagantaa Kibxata Mudde 7, 2021

Link-2

Sagantaa Dilbata Mudde 5, 2021

Link-3

Maxxansoota suur-sagalee tibbanaa