Tarkaanfii WBO Cibraa 30 Booro...

on 30 July 2021

WBO’n Zoonii Kibbaa, Cibraan Soddom-Booroo, Konyaa Gujii Bahaa keessa socho’u, mooraa Loltoota Mootu...

Dargaggoonni Oromoo dirqisiifa...

on 27 July 2021

Lixa Wallaggaa, Ona Gimbii fi Onoota Lixa Oromiyaa keessatti argaman garaagaraa keessaa, dargaggoonn...

Loltoonni MKII, humna ABUT war...

on 25 July 2021

Milishoonnii fi Loltoonni MKII, kanneen humna Mootummaa Naannoo Tigiraay (ABUT) waraanuuf kutaalee I...

Tajaajilli bishaan qulqulluu f...

on 22 July 2021

Tajaajilli bishaan qulqulluu fi ibsaa, Magaalota Konyaa Walloo ja’a, kanneen: Haarawa, Caffaa Roobii...

Uummanni Oromoo beelaaf saaxil...

on 20 July 2021

Lixa Oromiyaa, keessattuu, Konyaa Lixa Wallaggaa fi Qeellem Wallaggaa keessatti, Uummanni Oromoo LMK...

Milishoonni MKII, Baha Oromiya...

on 18 July 2021

Baha Oromiyaa, Konyaa Harargee Bahaa Onoota garaagaraa keessaa, Milishoonni MKII danuun gowwoofamuun...



Loltuu Eertiraa, WBO’n booji’ame

Lola WBO, fi LMKII fi Loltoota Mootummaa Eertiraa gidduutti, Konyaa Baha Wallaggaa, Onoota kanneen akka Haroo Limmuu fi Eebantuu keessatti tibbana adeemsifameen, Loltoonni Mootummaa Eertiraa WBO’n booji’amuu.

Qotatee-bultoonni Oromoo 5, Roobii kaleessaa (Waxabajjii 9, 2021) Giddu-gala Oromiyaa, Ona Gindabarat, Ganda baadiyyaa Bashee, naannoo Mana Barumsaa jedhamutti, Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan ajjeefamuu.

Lolli duguuggaa sanyii fi babal’ifannaa daangaa, Kibba Oromiyaa, Konyaa Booranaa keessatti, Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaa, Loltoota ergisaa Mootummaa Eertiraa fi Poolisoota Humna Addaa Naannoo Somaaleen, Uummata Oromoo irratti geggeeffamu tibbana daran jabaachuun, Uummanni Oromoo buqqaafamaa, qabeenyi isaaniis Poolisoota Humna Addaa Somaaleen saamamaa fi mancaafamaa jiraachuu.