Baqattoonni Oromoo biyya Saa’u...

on 17 June 2021

Baqattoonni Oromoo biyya Saa’udii Arabiyaa keessa jiraatan, kanneen kumaatamaan lakkaa’aman, Kamisa...

Araarri shiraa Oromoo Walloo i...

on 15 June 2021

Kaardiin filannoo ammaan dura dirqiin Uummata Oromoof kennamee ture, tibbana ammoo Gandeen Onoota Ko...

In-depth analysis to debunk Am...

on 14 June 2021

VIO’s special program in English. In-depth analysis to debunk Amhara elites' claims of genocide and...

Lola tibbana adeemsifameen, Lo...

on 10 June 2021

Lola WBO, fi LMKII fi Loltoota Mootummaa Eertiraa gidduutti, Konyaa Baha Wallaggaa, Onoota kanneen a...

Warraaqsi Galaana Uummataa akk...

on 08 June 2021

Warraaqsi Galaana Ummataa, Waxabajjii 8, 2020 labsamee, bifa garaagaraan adeemsifamaa jiru, tibbana...

Ajjeechaa Qarree Oromoo, Seena...

on 07 June 2021

Qarreen Oromoo, Seenaa jedhamtu, Giddu-gala Oromiyaa Magaalaa Gincii keessatti, halkan edaa (Waxabaj...

« »


Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Warraaqsi Galaana Ummataa, Waxabajjii 8, 2020 labsamee, bifa garaagaraan adeemsifamaa jiru, tibbana kutaalee Oromiyaa guutuu keessatti akka finiinfamuuf, Qeerroo Bilisummaa Oromoo fi Uummata Oromoo maraaf waamichi taasifamee jiraachuu, iddoowwan muraasattis duruu eegalee jiraachuu.

Wallisaan Oromoo, Damisee Moosisaa, Dilbata Waxabajjii 6, 2021, Poolisoota Humna Addaa Oromiyaa Tikoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan Magaalaa Naqamtee keessaa butamuun achi-buteen isaa hin beekamin jiraachuu.

Ajjeechaa Qarrittii Oromoo, Seenaa Raggaasaa irratti Sanbata Waxabajjii 5, 2021 halkan, Giddu-gala Oromiyaa Magaalaa Gincii keessatti raawwatame ilaalchisuun, eenyummaa qaama ajjeechaa kana raawwatee fi akkaataa ittiin ajjeechaan kun raawwatame qulqulleessuuf iyyaafannoo taasifame.