Qarrittii Oromoo Magaalaa Gincii keessatti ajjeefamte
Seenaa, Qarrittii Oromoo Magaalaa Gincii

Qarreen Oromoo, Seenaa jedhamtu, Giddu-gala Oromiyaa Magaalaa Gincii keessatti, halkan edaa (Waxabajjii 5, 2021) Poolisoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan manaa fuudhamtee, ajjeefamuun reeffi ishee bakkeetti gatamuu, sirni awwaalchaas akka hin raawwatamneef dhorkamuun, hanga galgala har’aattillee hin awwaalamin jiraachuu.

Maxxansoota sagalee tibbanaa

Sagantaa Dilbata Mudde 12, 2021

Link-4

Sagantaa Kamisa Mudde 9, 2021

Link-1

Sagantaa Kibxata Mudde 7, 2021

Link-2

Sagantaa Dilbata Mudde 5, 2021

Link-3

Maxxansoota suur-sagalee tibbanaa