Lola Milishoota Naannoo Beenishaangul Gumuz – kanneen Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan leenjifamanii fi hidhachiifamaniin – Caamsaa 3, 2021, Ona Mana Sibuu, Ganda Dangii keessatti Uummata Oromoo irratti banameen, Oromtichi tokko ajjeefamuu, dabalataanis, qabeenyi mancaafamuu fi Oromoonni danuun qe’ee isaanii irraa baqachiifamuu.

Magaalaa Mandii
Magaalaa Mandii

 

Dhimma filannoo Mootummaan Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaa (Paartiin Badhaadhinaa) geggeessuuf qophii irra jiruu fi dhimma Galma Qabsoo Bilisummaa Oromoo irratti, marii Oromticha tokko waliin taasifame. – Baha Wallaggaa

Maxxansoota sagalee tibbanaa

Sagantaa Dilbata Mudde 12, 2021

Link-4

Sagantaa Kamisa Mudde 9, 2021

Link-1

Sagantaa Kibxata Mudde 7, 2021

Link-2

Sagantaa Dilbata Mudde 5, 2021

Link-3

Maxxansoota suur-sagalee tibbanaa