Filannoon sobaa, Saba Oromoo b...

on 11 May 2021
Filannoon sobaa, Saba Oromoo bakka hin bu’u | WMOI-A/OGF

Filannoon kun dorgommii nafxanyoota jidduutti godhamaa jiru malee filannoo sabaaf sab-lammoonni Impa...

Mormii Barattoota Oromoo Yuunb...

on 28 February 2021
Mormii Barattoota Oromoo Yuunbarsitii Haramaayaan geggeeffame | RSWO

Mormii Barattoota Oromoo Yuunbarsitii Haramaayaa, eebbifamtoota bara kanaa: Mootummaa ce’umsaa Oromi...

Call to the international comm...

on 13 May 2021
Call to the international community to stop state-sponsored terrorism against the Oromo people by Ethiopian gov

Abiy Ahmed’s and his ruling clique’s grand plan since they came to power has been pretty obvious; th...

Hordoftoonni Amantaa Muslimaa...

on 09 May 2021
Hordoftoonni Amantaa Muslimaa dirree Ammasqalaa dhorkatamuu

Hordoftoonni Amantaa Muslimaa, Ayyaana Sooma Hiikkaa (Iid-Alfaxir) kan bara kanaa, haaluma amaleeffa...

Lola Milishoota B/Gumuziin Uum...

on 07 May 2021
Lola Milishoota B/Gumuziin Uummata Oromoo irratti banamee jiru: Mana Sibuu

Ajjeechaa Milishoota Naannoo Beenishaangul Gumuz – kanneen Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophi...

Dr. Nemera Wayesa: Medical Doc...

on 01 May 2021
Dr. Nemera Wayesa: Medical Doctor, Freedom Fighter, and Co-founder of VIO

Jaalli keenya, Dr. Namarraa Wayyeessaa, har’a Sanbata-duraa, Caamsaa 1, 2021, MPLS, MN keessatti, ad...

« »


Gidirfamni Loltoonni Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaa, Kutaalee Oromiyaa garaa garaa keessatti Uummata Oromoo irraan ga’aa turanii fi jiran, tibbana gara Konyaalee Kibba-Baha Oromiyaattis babal’achuu fi hammaachuun wal-qabatee, Konyaa Arsii Lixaa, Onoota kanneen akka: Shaashamannee, Adaabbaa fi Dodolaa keessatti Uummanni Oromoo haala rakkisaa keessa jiraachuu.

Dargaggoo Oromoo Toleeraa Tasfaa
Toleeraa Tasfaa, dargaggoo Magaalaa Naqamtee keessatti ajjeefame.

 

Ajjeechaa Dargaggoo Oromoo, Toleeraa Tasfaa jedhamu – Dhalataa Konyaa Lixa Wallaggaa, Ona Gullisoo – irratti, Konyaa Baha Wallaggaa, Ona Guutoo Giddaa, Magaalaa Naqamtee, naannoo Jiituu jedhamuun waamamutti, Roobii kaleessaa (Eebila 28, 2021) galgala Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaan raawwatame.